[go: up one dir, main page]

0% found this document useful (0 votes)
45 views13 pages

Jildi Tokkoffaa

Good note

Uploaded by

Yadeno Girma
Copyright
© © All Rights Reserved
We take content rights seriously. If you suspect this is your content, claim it here.
Available Formats
Download as PDF, TXT or read online on Scribd
0% found this document useful (0 votes)
45 views13 pages

Jildi Tokkoffaa

Good note

Uploaded by

Yadeno Girma
Copyright
© © All Rights Reserved
We take content rights seriously. If you suspect this is your content, claim it here.
Available Formats
Download as PDF, TXT or read online on Scribd
You are on page 1/ 13

Amajjii fi walabummaa biran gahuu hanqatus

tarkaanfii hedduu tarkaanfate; mirgoota


Tokkoofi hin tuffatamne hedduus Oromoo
Seenaa gonfachisee, qabsoo fuula duraafis
qabsoo bu’uura jabaa kaahe. Kanaafis, haala
amma deemaa jiru keessatti, muuxannoo
hidhannoo! qabsoo hidhanoo hanga ammaa
Jaal Lolaa gamaaggamanii tarsimoo fi tooftaa fuula
duraa qiyaafachuuf bu’urri Waraanni
Uummatni Oromoo guyyaa gabrummaa Bilisummaa Oromoo buuse guddaa dha.
jalatti kufe kaasee bilisummaa fi
walabummaa isaa deebifachuu Qabsoon hidhatnoo Adda Bilisummaa
wareegama hedduu baase. Waraanni Oromo jalatti adeemsifame haala daran
Bilisummaa Oromoos wareegni inni rakkisaa fi hacuuccaa jabaa keessatti
baasee fi injifannoon inni galmeesse eegalee, gufuulee keessaa fi alaa hedduun
salphaa miti. Kanaaf Amajjii 1, guyyaa xaxamee ture; haa ta’uuti qabsoo kanatti
WBO akka guyyaa injifannoo saba itti cichee qabsoo hadhooftuu
Oromootti kabajna! Seenaa qabsoo gaggeesseen mirgoota hedduu Oromoo
bilisummaa ummatoota Addunyaa goonfachiise jira. Haala kanaan:
hedduu yeroo ilaallu, biyya ijaarrachuuf Injifannoon qabsoon Oromo hanga
qabsoon hidhannoo qooda guddaa qaba. ammaa galmeesse hundi sababa qabsoo
Biyyootni qabsoo hidhannoo malee hidhannoo tiin kan argaman ta’u
ijaaraman jiru jedhanii himuun nama hubachuu qabna. Mirgootni kunis kan
rakkisa. Qabsoon hidhannoo Uummata galmeeffaman miseensota fi ummata
tokko ijaaree hiriirsuu, akkasumas keenya kuma hedduu dhaan lakkaawaman
jaarmaya fi sabboonummaa ummataa wareegama itti baasanii, maatiin kuma
cimsuu fi ittichuu keessatti qoodi inni hedduun itti diigamee, qabeenyi hedduun
qabu guddaa dha. Waraanni saba tokko itti dhabame fi qabsaawotni kuma
injifannoo saba isaa raggaasuu, tiksuu, hedduun itti dararamanii ta’uunis ifaa
wabii fi gaachana ta’uun isaas hubatamaa dha. Wareegama kanneeniin alatti bu’aan
dha. argamuu fi sadarkaan dammaqiinsi
Uummatni Oromoo erga biyyafi mirga isaa uummata keenyaa har’a irra gahe fiduun
dhabee kolonummaa Habashaa jalatti hojii salphaa ta’uu hin danda’u ture.
kufee eegalee bifa gara garaatiin yeroon Gaaffiin Oromoo gaaffii haqaa ta’uun fi
inni hidhannoo hin kaasne hin turre; ajandaa siyaasaa gaanfa Afrikaa keessa
akeeka bilisummaa fi galii siyaasaa ifaa seensisuun kan danda’e sababa qabsoo
jalatti humna ijaarameen kan qabsaawuu hidhannootiin ta’uun beekamaa dha.
eegale utubamuu Adda Bilisummaa Dhimma kana madaala isaa hubachuuf,
Oromoo waliin ta’uunis ifaa dha. gaafa ABOn ijaaramee qabsoo eegalu;
Qabsoon bifa kanaan hanga ammaa haalli sabbonummaa uummata Oromoo
deemes uummata keenya galii bilisummaa maal keessa ture? jirreenyi ummata
keenyaa Addunyaa irratti hagam qabuun ta’uun beekamaa dha. WBOn
beekamaa ture? jedhanii gaafachuu gahaa injifannoolee armaan olii galmeessee fi
dha. Dagaagginni sabbonummaa Oromoo bilisummaa saba Oromoof jecha falmaa
har’a mul’atu fi dhimmi Oromoo hadhaahaa gochaa ture ammas itti jira.
beekumsi naannoo fi Addunyaa keessatti Har’a illee gootowwaan keenya guyyuu
horates bu’aa qabsoo hidhannoo diina kuffisaa kufaa jiru. Kanaaf guyyaa
wareegama ilmaan Oromoo heddudhaan WBO, Amajjii 1, kabaja, ulfinaa fi guyyaa
argame ta’uun falamsiisaa miti. injifannoo ta’uun yaadatnee oola. Addi
Bilisummaa Oromoo Amajjii 1, guyyaa
Mirgi hiree murteeffanna Uummata har’a
WBO akka tahu kan murteesse sababa
diinni, yoo xinnaate waraqaa irratti (heera
malee miti. Innis:
biyyaa jedhamu keessatti) kaahe, beekuuf
dirqame bu’aa qabsoon Oromoo Bara 1978 walakkeessa irraa kaasee hanga
hidhannoo dhaan argamsiise keessa dhuma 1979tti ABO haala akkan rakkisaa
tokko. keessa ture. Yeroon kun yeroo lolli
Somaliyaa fi Itophiyaa dhumatee,
Kanuma waliinis Afaan Oromoo, barruu
waraanni Ziyaad Barree arihamee bahee,
hin qabne, dhabamaa keessa ture; afaan
mootummaan Dargii humna ABO kan reef
ittiin baratamu fi hojiin mootummaa ittiin
ijaaramaa jiru dhabamsiisuuf duula wal
hojjatamu ta’uu danda’uun injifannoo
irraa hin citne itti bobaase ture. Waraanni
galmeeffame keessaa tokko. Kunis, kan
Bilisummaa Oromoo Baalee, Arsii fi
har’a ilmaan Oromoo miliyoonaan
Harargee keessatti duula kana of irraa
lakkaawaman ittiin baratan, hojjatan,
deebisuuf lola cicimaa seene. Qunnamtiin
barreessan fi ittiin boonan ta’ee jira,
isaa addaan citee ni faca’aa yaaddoon
Afaan Oromoo kun haala akkaan rakkisaa
jedhu illee guddaa ture. Qabsoon haqaa
ta’e keessatti dirree qabsoo hidhatnoo
yoomuu waan injifatuuf jagnootiin WBO
keessatti kan dagaage fi muuxxeffame
duula Dargii of irraa deebisanii Amajjii 1,
dha.
1980 walitti dhufanii ayyaana guddaa
Addi Bilisummaa Oromo ifaan uummata ayyaaneffatan. Bara 1980 irraa kaaee
Oromo fi Addunyaa birattis beekumsa guyyaan WBO bara baraan guyyaa WBO fi
guddaa kan argate bara 1991 as jechuu ni guyyaa injifatnoo ta’ee kabajama.
dandeenya. ABOn teessuma Ebla 1991
B. Akeeki Amajjii 1, Itti Kabajnu Wal
Londonitti yaadamee turetti afeeramu fi
Hubachiisuuf
sana boodas mootummaa cehumsaa
Itiyoophiyaa kufaatii Dargii booda Injifannoo Qabsoo Hidhannoon Argaman
ijaarame keessatti qooda fudhachuun, yaadachuuf;
utuu hidhannoo harkaa hin qabu ta’ee hin
WBO Cimsuuf Waadaa keenya
yaadamu ture.
haaromsuuf;
Oromiyaan maqaafis ta’u bulchiinsa
Hawwii Oromoon human waraana jabaa
mataa ishee qabaachuun ishees sodaa
ijaarratuun injifatnoo karaa waraanaa
diinni Waraana Bilisummaa Oromoorra
argamsiisuun bilisummaa isaa bira gahu qabsoo isaa gaggeessaa qabsoo Oromoo
jabeessuuf; Sabboonummaa Oromummaa baatee hardhaan gahuu wal hubachiisuun
ijaaruu, Tokkummaa Oromoo cimsuun qabsoo hadhooftuu kanatti firii gochuuf
Oromoo humna jabaatti jijjiiruuf; Oromoo mara irraa waan eegamu
marihachuuf;
WBO bakka jirutti haamlachiisuuf;
WBO akkaataa itti gargaaranii waraana
Ilmaan Oromoo mooraa diinaa keessa
cimaa taasisuu dandahamu irratti wal
jiran akka of beekanii qawwee isaanii
marihatuu, wal gorsuu, waan WBO
diinatti galagalchuun Oromoo
gumaachame walitti qabanii WBOf erguu,
humneessuuf hojjetan jajjabeessuuf;
gargaaruuf;
Miseensoti WBO, jagnooti Oromoo fincila
Akka wal amantaa fi walitti dhiyeenyaan
diddaa kolonii, diddaa gabrummaa, mirga
muddee 31 halkan walakkaa sa’aa 12:00
abbaa biyyummaa fi mirga hiree ofii ofiin
irratti dungoo qabsiisuun kabajaa WBO
murteeffachuu Oromoof lubbuu isaanii
Qabnu fi injifannoo inni galmeessee
dabarsanii kennaan wareegamni isaanii
dhaadhessuu fi gammachuu ibsachuu;
gatii malee akka karaatti hin hafne wal
Faaruu Alaabaa Oromoo kana bakka
barsiisuuf;
bakkatti akka faarfamu walii dabarsuuni fi
Kaayyoo ABO kan WBOn itti diina kuffisee faarfachuun kabajamuu qaba!
kufaa jiru kana bakkaan gahuuf dhaalonni
WBO Alaabaa Oromoo Oromiyaa Irratti
ammaa fi boruu waadaa isaa haaromsuun
Dhaabuuf Falmaa Gochaa Jira!
gootummaan akka qabsoo itti jiru
jabeessu fi itti fufu wal hubachiisuuf; Baga Amajjii 6417 nagaan geessan.

Jaallan qabsaawota Oromoo bakka adda


addaa jiran, mana hidhaa, daggala, bobaa
diinaa jala fi biyya ambaa jiran, akka wal
cimsanii WBO cinaa hiriiruun xaba
siyaasaa bifa hundaa jabeessan
dhaammachuuf; Barri harayaa bara
Injifatnoo, Bilisummaa, Badhaadhinaa,
Gammachuu, Quufaa, Dadaa fi Milkii
uummata keenyaaf akka ta’u hawwii
dabarfachuuf ayyaaneffatnee olla;

C. Kabajaa Ayyaana Amajjii 1

Amajjii 1, Guyyaa WBO ta’uu wal


barsiisuu;

Wareegama WBO baasaa turee fi itti jiru,


haala akkan rakkisaa keessatti WBO
Maammoon ganda himatee

Haadaan hin fannifamnee

Akka waan abbaa hin qabnee

Akka waan galma hin beeknee


Gaazixeessaa ONM Jaal Naatoo Lammii. Inni kaan wal kabataa
𝐒𝐢𝐧 𝐭𝐚𝐚𝐣𝐣𝐚𝐛𝐞 𝐍𝐚𝐦𝐢𝐜𝐡𝐨𝐨 Inni kaan wal hamataa
Madaan diinaan madaa'e Ilaamee yaa namanaa
Hin qoorre hin fayyinee Inni fagoo irra jirtuu
Na fayyiftaatti malee Dirqama kee hin ba'attuu
Na horfitaa hin shakkinee Maali kan shira shirtu
Aniif atilleen firaa Imala dheeraa deemne
Fira dhiigaafi turuu Ammas karaa irra jirra
Yaadaan okkolte malee Otoo gandeen usustuu
Naaf siifuu firri hin jiruu Kaayyicha ni xumurra
Gamoo dheeraa irratti 𝐇𝐨𝐫𝐚𝐚 𝐁𝐮𝐥𝐚𝐚!
Yaada koon si ilaalee

Ati yoom achi jirta

Anatoo si wallaalee

Anatu dogoggoree

Kiiloo hin taane siif laate

Amanamoon kaayyichaa

Wareegamtoota taate

Ol kaaseen si ilaale

Akka nama guddaatti

Gadi buuteen si arge

Akka Udaan sardaatti

Taaddasaan Shawaa jedhee

Harargeetti hin himannee


deebiin akka barraa'u yookiin ba'u
taasisuu, bilisummaa uummataa hir’isee,
aangoo hojii raawwachiiftuu fi michoota
isatti dhiyoo jalatti walitti qabe.

Kana malees Maarkos mormitoota kuma


kudhaniin lakkaa’aman akka hidhaman fi
kumaatamaan lakkaa’aman akka
dararaman ajjeefaman akkasumas akka
Gaazixeessaa ONM Jaal Daandii Elemoo
biyyaa badan taasiseera.
Fulbaana 22 hanga 25, 1986tti lammiileen
Waggoota kurnan lamaaf lammiileen
Filiippiinsi kuma dhibbaan lakkaa’aman
Filiippiinsii bulchiinsa abbaa irree jalatti
daandii Epifanio de los Santos irratti
kan bulaa turan yoo ta’u, Maarkos fi
walitti qabamanii irra deebiin filatameera
michoonni isaa ammoo dhaabbilee
jedhanii bu'a filannoo labsuu Pirezidaant
pireesii, warshaalee Filiippiinsii fi
Ferdinand Marcos fi Corazon Aquino
maallaqa liqii U.S, Baankii Addunyaa fi
irratti hiriira ba'uun mormanii turan.
Fandii Maallaqaa Idil-addunyaa irraa
Utuu baayʼee hin turin, Maarkosii fi argamuun of duroomsaa turan.
maatiin isaa akka aangoo gadhiisan
Sochiin humna uummataa bulchiinsa
dhiibbaan irra ga'uun Filiippiinsiinis
Maarkos irratti geggeeffame osoo
gadhiisuuf dirqaman.
pirezidaantii Maarkos seera waraanaa hin
Namoonni hedduun Filiippiinsi, labsin ijaarsa yeroo dheeraa kan qabu
dhumarratti abbaa irree kana irraa bilisa ture.
taatee, walqixxummaa dinagdee fi
Rogeessitootni kutannoo qaban harka
hawaasummaa bulchiinsa Maarkos jalatti
lafa jalan Filippiinsi keessatti baqattootaa
waggaa digdama keessatti furuu
fi diyaaspooraa keessatti gurmaa’uun
dadhabame kana furuuf imaammata
boqonnaa malee oduu sarbama mirga
rakkoo diinagdee fi wal qixxummaa
namoomaa bulchiinsa Maarkosiin
hawaasaa murkaneessu akka hojii irra
raawwate fi qabeenya karaa sirrii hin
oolchitu abdii guddaa qabu turan.
taaneen argatan addunyaa irratti
Warraaqsi humna uummataa kun
tamsaasuun hojjechaa turan.
aktiivistoota yookaan rogeessitootaa farra
abbaa irree addunyaa maraa kan Haa taʼu malee, waggoota dheeraaf
ajaa’ibsiisee fi kakaase ture. biyyootni addunyaa baayʼeen isaanii—
keessumaa mootummaan U.S Ameerikaa
Ferdinand Marcos bara 1965 irraa eegalee
malaammaltummaa maatii Maarkoos,
pirezidaantii Filiippiinsii ta'uun tajaajilaa
Kibba Baha Eeshiyaa keessatti dallaa farra
turan. Bara 1972tti seera waraanaa erga
Koominiistii uumuuf jecha, bira darbuuf
labseen booda, heera mootummaa
fedhii guutuu qabaachaa turan.
Filiippiinsii dura ture Mhojii irra akka hin
oolle taasisuun, dhuma irrattis irra
Walakkeessa bara 1980moota keessa lammiileen Filippiins soba kana fudhachuu
garuu shallaggiin imaammata alaa karaa didan.
murteessaa ta'een Maarkos irratti
Fulbaana 22 lammiileen Filippiins daandii
jijjiiramee ture.
Epifanio de los Santos Avenue (EDSA)
Ajjeechaa Hagayya 1983 Senetera Benigno irratti ba'uun morman.
Aquino, Jr. irratti raawwatame namoota
Lammiileen Filippiins mormii karaa nagaa
hedduu addunyaa kana irraan akka gocha
kana akka deggaran abbaan amantii mana
siyaasa haaloo ba’uutti ilaalame.
amantaa kaatolikii Maaniilaa Jaime Sin
Kana malees, oduun waa’ee fayyaa waamicha dhiyeessan.
Maarkos michoonni isaa hedduun
Filiippiinsii fi bakka biroo jiran eenyu abba
irree kana akka bakka ba'u akka Maarkos garuu gama isaatiin waraanni
tilmaamuu jalqaban taasiseera. mormii uummataa kana akka ukkaamsu
ajaje.
Ferdinand Marcos bara 1985 gaaffii fi
deebii gaazexeessaa David Brinkley waliin Haa ta'u malee, gareen qondaaltota
taasise irratti ija jabinaan “filannoo waraanaa mormitoota irratti dhiibbaa
ariifachiisaa” yeroo waamu, mormitoonni gochuu diduudhaan ajaja itti kenname
Marcos garuu, kun carraa moo kiyyoo dha dhiisanii gadhiisuu filatan.
jechuu dubbicha madaalan.
Gareen kun loltoota malaammaltummaa
Yeroo baay'een dura Maarkos madaallii waraanaa fi sirna Maarkos keessatti
filannoo akka isaaf tolutti garagalchuuf mufatanii fi kanaan dura sochii Humnoota
seera irra deebi'ee barreessee, jeequmsa Waraanaa Haaromsaa (RAM) ijaaran kan
ifaa ta'ee fi bifa birootiin tooftaan hammate ture. Maarkos waraanni
akkasumas sodaachisuun hojjechaa ture. namoota sirnicha arrabsan akka hidhan
yeroo ajaju, Kaardinaal Siin ummanni akka
Filippiinotni harki caalaan hirmaannaan
namoota kanaaf gaachana ta'u waamicha
isaanii filannoo kana keessatti sirnicha
dhiyeessan.
caalaatti seera qabeessa gochuuf qofa
tajaajila jedhanii sodaachuun filannoo Dhaabbanni raadiyoo Kaatolikii, Raadiyoo
kana ugguruu murteessan. Veritas, yeroo sochii Warraaqsa Humna
Uummataa keessatti wiirtuu to’annoo
Sochiin mormitootaa kan hafe dhuma
guddaa qunnamtii mormii ta’uun
irratti naannoo haadha manaa abbaan
tajaajilaa ture.
manaa irraa du’e Senetera Aquino,
Corazon “Cory” Aquino waliin walitti Michuu dhiyoo Maarkos Pirezidaantiin
makame. Roonaald Reegan dhuma irratti karaa
Senetera Pool Laaksaaltiin yeroon kun
Akkuma namoonni hedduun sodaatan,
yeroo hariiroon isaanii adda citu akka ga’e
Maarkos filannoo kana irratti injifannoo
erguun, Maarkos kana booda deggarsa
galmeesse. Yeroo kanatti garuu
michuu isaa US Ameerikaa ishee humna Haaromsi qonnaa fi dinagdee lammiileen
guddaa qabdu akka hin qabne agarsiise. Filippiins hedduun addunyaa Maarkos
booda abdatan bara Aquino tti hin
Fulbaana 25 galgala mootummaan U.S.
dhufne.
pirezidaant Maarkos gara Hawaayitti akka
miliquuf haala mijeessuun, hanga bara
1989 du'aan addunyaa kana irraa
Mariin nagaa Paartii Koominiistii
boqotuutti achi ture.
Filiippiinsi waliin taasifamaa ture diigamee
Booda halkanuma sana mormitoonni garee mormitootaa maqaa balleessuu,
Masaraa Malakaanaang weeraruun haleellaa fi adamfamuun itti fufe.
qabeenya badhaadhaa maatiin Maarkos Lammiileen Filippiins hedduun abbaa irree
yeroo aangoo irra turanitti walitti qaban aangoo irraa bu’eef jibbiinsa guddaa akka
saaxilan. qaban ibsaniiru. Akkasumas pirojektoonni
seenaa fooyyessuu waggoota Maarkos
Filippinootnis warraaqsa humna
qulqulleessan Filippiins keessatti itti fufe.
uummataa kanaa pireezidantii haaraan
Corozon Aquino'n akka aangootti dhuftu
taasisan.
Maatiin Maarkoos gara Filiippiinsii fi bakka
Corozon Aquino'n yeroo Pirezidaantii siyaasaa beekamaa ta’etti deebi’an. Haati
ta’uun kakatanitti, lammiileen Filippiins warraa Ferdinaand Maarkos Imelda'n
akka fakkeenya warraaqsa karaa nagaa fi miseensa kongireesii, intalli isaa Imee 'n
dimokiraasii deebisuutti addunyaa ammoo bulchaa taate. Ferdinand
guutuutti faarfamaniiru. Kooraazoon “Bongbong” Marcos Jr., ilmi abbaa irree
Akiinoo pirezidaantii 11ffaa Filippiins ta’uun kanaa fi hambaa abbaa isaa kan bakka
Fulbaana 25, 1986 galma Sampaguta bu’e, bara 2016 itti aanaa pirezidaantii
keessatti sirna hoo'aan baalli fuute. ta’uuf dorgomee sadarkaa lammaffaan
xumure.
Karaan fuuldura keenya jiru garuu akkas
salphaa miti kan jedhan Filippiinotni Mr. Bongbong fudhachuu didee hanga
waggoota bara 1986 irraa eegalee har'aatti filannoo sana karaa seeraan
hambaan Warraaqsa aangoo ummataa mormii irraa qabu itti fufee jira.
mirkanaa’aa ta’ee hafeera.
Bu'aan filannoo Filiippiinsii bara 2016
Aquino yeroo aangoo irra turtetti yaaliin keessaa inni baay'ee yaaddessaa ture
fonqolcha mootummaa hedduun kan garuu, Roodriigoo Duutertee pirezidaantii
mudate yoo ta'u, baay'een isaanii RAM ( ta'uun filatamuu isaati.
Humnoota Waraana Haaromsaa ) warra
Michuu dhiyoo maatii Maarkoos kan ta’e
aangootti ol ba'uu isheef haala mijeessee
Duterte'n aangoo abbaa irree argachuuf
tureen durfamu turan.
barreeffama Maarkoos irraa
fayyadameera.
Mormitoota beekamoo hidhee, uummatichi irratti qabsaa'aa tureef
bilisummaa siiviilii hir’isee, naamusni saba ooluun saba Oromoo ammas garbummaa
Filiippiinsiif waan baay’ee barbaachisu biroof saaxiluun duguuggaa sanyii irratti
ta’uu himeera. Hunda caalaa kan maqaa akka raawwatamu karaa sirreesseef.
Duterte balleesse duula ajjeechaa seeraan
Egaa Warraaqsa geggeeffamuu fi akkamiin
alaa uummata kuma kurnaniin lakkaa'amu
akka tikfamu hubachuun hojjechuun bu'aa
poolisii fi humnoota waraanaatiin
gaarii argachuuf waan fayyadamuuf waan
raawwate ture.
keessa dabarre irraa hubannee waan
hojjennu tokkummaan wal hubannee
hojjechuun bu'aan isaa bilisummaa
Sochiin humna Ummataa barnoota
dhugaa sabichaaf akka oolu taasisuun
hedduu kenneera.
murteessadha jechuun qophii kiyya
Gamtaa fi tumsa ija jabinaan uggura xumura.
abbaa irree bilisummaa siiviilii irratti
Barreessaan Barruu kan Maark Joon
kaa’ame irratti socho’uu danda’u
Saancheezi, Afaan Oromootti hiikee
agarsiisa. Garuu kallattii haaraa uumuu fi
Daandii Elemooti.
komii furuu akkasumas faallaa haqummaa
abbootiin irree kun dalagan sadarkaa Horaa bulaa deebanaa!
duraatti bakkatti deebisuun barbaachisaa
Muddee 2022
dha.

Mormiin EDSA yookaan daandii Epifanio


de los Santos Avenue bara 1986 seenaa
Filiippiinsii keessatti yeroo ajaa’ibaa ture,
yeroo miira abdii fi carraa daangaa hin
qabneen guutame ture.

Warra abjuu dimokiraasii qabaniif immoo


lola fuuldura isaanii jiruuf barumsas ta’e
akeekkachiisa ta’uu irraa hubanna.

Seenaa Warraaqsa Humna Uummataa


Filiippiinsii keessatti geggeeffamuun
pirezidaant Marcos aangoo irraa bu'een
abbaan irree biroon bu'aa siyaasaa
argame butee aangootti ba'uun Filiippiinsi
keessatti dimokiraasiin eegame sirnaan
hin argamne.

Warraaqsa Oromiyaa keessatti jabinaan


bara 2014 hanga 2018 geggeeffameenis
bu'aan siyaasaa argame sirnuma
odeeffanneerra. Bara 2002 A.L.A booda haalli
ture gaarii waan hin turreef haasaanis ta’e
qaamaan hangas waa’ee ABO dhaga’uun,
arguun hin yaadamu ture. Akkasumas Saba
bal’aa Oromootu ABO’f jedhee aarsaa kaffale.
Qabsoon galma dhugaa qabu karaa ABO akka
ta’eetti dhaga’aa, argaa guddanne. Egaa,
‘Lafeef Dhiiga’ isaaniitu calaancala ifa
Che Kuevera dimokiraasiif kabaja namoomaa har’aan nu
gahe.
Taatee Diigaminsa baroota garaa garaa ABO
Irratti raawwaatamee fi Qabsoo Oromoo Walumaagala ABO’n Akaakayyuu fi Abbaa
ABO-WBO'n Baraarame. Qabsoo Bilisummaa Oromooti yoon jedhe
kijiba yookaan ukukkubsee miti. Qabsoo
waggaa 50 keessatti dantaa dhuunfaaf murna
Kutaa 1ffaa irraa bilisa ta’uun; beekamtii rakasaa
tuffachuun beekmsaa fi muuxannoo
Hayyuu Ml dhaan. Mudde 2023. akkasumas carraa qaban dhiisanii gammoojjii
fi bosona Oromiyaa keessatti aarsaa kaffaluu
jaallatan, filatan. Ammas toora sana keessaa
1. Seensa. hin bane, hin ba’anis. Waa’ee ABO kana
caalaa waanan jedhu hin qabu. Har’a ABO’n
Bara 1997-2002 A.L.A tti loltooni ABO Godina ilmaan baayyee qaba: kan ofii dhalches, kan
Wallagga baraa duraanii Horroo Guduruu ormi dhalcheefiis, hunduu itti waamamniif
ammaa keessa bal’inaan socho’aa turan. abbaan buddeenaa isaanii ABO dha.
Keessumaa bara Hooggansa Abbaa Biyaa
*Bayyanaa Obsii+ ABO’n abdii bilisummaa fi Namoonni tokko tokko Shanee nuun jedhaa
fiingee qabsoo Oromoo ta’ee ture. Godina turan ammaallee akkasuma jedhaati jiru.
Horroo Guduruu Wallaggaa qarqara Bosona Calluma jenneen dhiisne. Hunduu yeroo qaba
Qarsaa Allaattii keessa loltoonni WBO waan ta’eef. Toora Miidiyaa hawaasaa
buufatanii turan. Gootni Balaay Gannatii Fufaa kanarrattis arrabsoo Shanee, Ijoollee Shaneef
[Onaalaa]s miseensa WBO yeros nannicharra kkf bal'inaan argina. Walumaagala haguuggiin
socho'an ta'uurrayyuu dhalataa naannoo Shanee jedhamu kun dhaaba Oromoo
kanaa kan turedha. Hawaasi naannoo kanaas ganamaa kan ABO jedhamuuf deeggartootaaf
ABO otoo hin taane ‘Warra Oromoo’ jedhee miseensota ABO hundumaaf kenname. Namni
waama. Bara Warri Oromoo jedhaman kun gariin immoo Shanee ijoollee Lixa Oromiyaa
turan, hanni bade ture; qotiyyoon diida bula. kanaaf kennaniiru.
Qaamaota gurguddoo sadiitu bal’inaan
socho’aa ture waan ta’eef gargar baasuuf
‘Warra Oromoo’, ‘Warra Wayyaanee’f ‘Warra Dhimma Shanee kana qaamniif namni adda
Shiftaa’ jechuudhaan yeroo haasa’an addaa karaa adda addaa kaasanis garuu ibsiif
dhaga’aama. Gaaf tokko Gootni Geetaachoo
Lammeessaa [Cirrii] jedhamus, isaan keessa hiikkaan Shanee jechuun maal jechuudha?
ture. Waan kana namoota (Maanguddoota) Shaneen Eenyu?
yeroo sana bakka sana jiraatan irraa
Shaneen Kabaja ture maaliif har’a arrabsoo burjaaja’e immoo haqa hubachuu hin
fakkaatee/ta’ee? danda’u. Kanaaf, kaayyoon murna fedha
addaa qabanii ykn akeekni diina Oromoo,
Eenyutu Shanee jedhee moggaase? Oromo burjaajessuudha, keessumaa dhaloota
Shaneen qaama badiinsaatimoo qaama guddataa jiran burjaajessuudhaan dhaloota
qabsooti? bo’oo jallinaa keessa oofuudha. Gama kootiin,
akka qalbiin namaa odeeffannoo dhugaaf
Shaneen dhuguma ijaarsa gandummaati moo haqa ta’e argatuu nan hojjedha. Kanaaf
ilaalcha dha? dhimmoota Shanee wajjin wal-qabatan
jajjaboo tokko lama sadii… jedheen kaasa
Shaneen bu’uura amantaa qabamoo ergama
waan ta’eef dhawataan hordofaa!
diiginsa Oromooti?
2. Caasaa ABO Keessatti Shanee jechuun Maal
Shaneen Lixa Oromiyaa bakka bu’amoo
Jechuudha?
guutummaa Oromiyaa of keessatti qabata?
Caasaan ABO dhaaba kamiyyuu caalaa
Walumaagala eenyutu Shanee dha? Eenyutu
ijaarsaaf gulantaa yaa’insa aangoof murtoo
eenyuun Shanee jedha? Maaliif? jedhee toora
dabarsuu akka qabu eenyu biratti
miidiyaa hawaasaa kanarratti kan nuuf ibse
beekamaadha. Caasaaf ijaarsa ifa ta’e qaba.
hin jiru. Baayyeen namaa waa’ee Shanee hin
Akkaataan murtoo dabarsuuf hojiirra oolchuu
beeku. Shaneen qaama jiruuf akkasumaan
isaa daran cimaaf iftoomina kan qabudha.
qilleensarratti kan odeeffamu ta’uuf dhiisuu
Caasaaf ijaarsa ABO keessa qaamota
wanti beekamu hin jiru. Namoonni waa’ee
gurguddoo sadiitu jiru. Isaanis:
Shanee kanaa beeku jedhamanii yaadaman
akkasumas miseensa turan illee Shanee Kora Sabaa (General Assembly);
abaaruudhaan muudama argatanillee akka
waan Shaneen diina Oromoo ta’eetti nuuf Gumii Sabaa (People’s Representatives)f
ibsan malee Shaneen eenyu, akkamitti Gumii Shanee (Equal to Council of Ministers-
Shaneen arrabsoo akka fakkaateef eenyutu Executive Committee) dha.
eenyuun Shanee jedhe kanneen jedhan irratti
odeeffannoo namni nuuf hin kennine. Korri Sabaa miseensotaaf deeggartoota
Keessumaa dhimma Shanee kana icciitii Dhaabichaa hunda of keessatti qabata. Korri
taasifachuun daladala siyaasaa guddaa ittiin kun murteewwan waliigalaa dabarsuuf Gumii
taasisaa jiru. Eenyuyyuu daldala siyaasaaf Sabaa filachuudha. Gumiin Sabaa
mirga qabaatus maaliif Shanee dhaan kallattiiwwaan Korri Sabaa kaa’e heeressuu,
daldaluun barbaachise jedhee yeroo seeressuu, qajeelfamaaf dambiiwwan
baayyeen of gaafadha ture. Egaa, waan namni barbaachisoo baasuudha.
itti bu’uu sodaatu ykn beekaa icciitii taasisuu
Haaluma kanaan Gumiin Sabaa Gumii Shanee
barbaadu irratti ani jira.
filata. Gumiin Shanee qaama hojii
Jalqabni Bilisummaa Haqummaadha . raawwachiiftuu ABO isa olaanaa dha. Shaneen
Oromoon haqa; jireenyiif ilaalchi isaas haqa. miseensa nama toorbaa kan qabu yoo ta’u
Oromoon shira hin beeku; dhalloonni ammaa namni shan dhaabbataa, namni lama immoo
shira siyaasaa shaakalaa jiraatus. Namni ykn jijjiiramaadha. Hayyu Dureef I/A Hayyu Durees
qaamni haqa hin qabaanne Oromoo ni Gumii Shaneetu miseensota Shanee keessaa
bilisoomsaan kijibadha. Dabalatas qalbiin filata. Haaluma kanaan Shaneen qaama
siyaasaa ABO isa olaanaadha (Polit bureau). garuu akkas miti. Caasaan ABO hundi murtoo
Murtiiwwan jajjabooniif murteessoo ta’an dabarseen namoonni arii’aman jiru. Kana
kanneen akka Waraanaa, Tikaa, Siyaasaa, jechuun warri nuti ABO dha ofiin jedhan kijiba
Dantaa Alaaf Qaruxummaa Shanee dhaan malee ABO miti jechuudha.
darbu; hojiirras oolu. Shanee keessa
dameewwan hoji raawwachiiftuu murteessoo Dubbii keeyya irratti duubeen gargar
ta’antu jiru. caccabuu ABO maal ture? Bara kam jalqabe?

Caasaan Gumii Shanee akka qaama biyya Akeekni ABO gargar caccabsuu kan eegale
bulchuuf danda’uutti qophaa’ee waan jiru bara 1993/2001 keessa ture. Akkuma
dha. Fknf, Damee Tikaaf Qaruxummaa, beekamu, bara Waraana Etiyoo-Eertiraa
Damee Aadaaf Beeksisaa, Damee Dantaa keessa sodaa guddaan Mootummaa
Alaa, Damee Aadaaf Hawaasummaa, Damee Wayyaanee ABO ture. Akkasumas ABUT
sababoota hoji-manee ofii isaaniif gargar
Waraanaa, Damee Siyaasaaf kkf.
cabuu isaaniin hunduma keenyatu seenaarraa
Walumaagala, Shaneen caasaa ABO keessatti hubata. Akkaataa itti Hayyu Dureen ABO
qaama olaanaaf kabajamaa akka ta’e darbees yeroo sanaa, Kabajamoo Jaal Galaasaa Dilboo,
ABO keessatti caasaa murteessaa akka ta’e ni Hayyu Durummaa irraa kaafamaniif booda
beekama; hubachuunis ni danda’ama. keessas dhaaba keessaa arii’ataman
mufannaa waan uumeef, gartuun Jaal Galasaa
3. ABO Gargar Caccabsuuf Yaaluuf Ergama Dilboo wajjin turan ABO keessaa
Ture Har’a ABO gaafa jennuuf yaadnu tarii
fottoquudhaan ABO Qaama Ceehumsaa (OLF
ABO’n garee adda addaa qaba jennee Transitional Authority) jedhamu hundeessan.
amannas, fudhannas ta'a. Gama biraatiin ammo ABO haadhoo/ hundee
Haqni jiru garuu ABO’n ammayyuu dhaaba hafe sana Shanee jechuu jalqaban. Ka’umsi
tokko dha. Namni ykn qaamni tokko dhaaba moggaasa Shanee “Namoota shan kanneen
duraan jiru keessaa ba’ee yoo maqaa adda ejjennoof kutannoodhaan ABO ganamaaf
addaatiin ani ABO dha jedhe, akka ABO’n haadhoo sana itti fufsiisna; karaaf sangataan
garee adda addaa qabuutti fudhachuun sirrii siyaasaa ABO sirriidha” jechuudhan
miti. Yoo dhibe ABO’n garee adda addaa qaba hafanidha.
kan jedhamu yoo dhaaba ABO jedhamu jalatti Bara 1996/2004 keessa immoo bifa
garee adda addaan wal qoqqooddaan qindaawaa fi tooftaalessa ta’een hojiin ABO
jiraatedha. kunis ana ABO sirriin, sunis ana caccabsuu kun deebi’ee mumul’achuu
ABO sirriin jedhee of dhiyeessa ta’edha. jalqabe. Namoonni Caasaa fi ijaarsa ABO
Fakkeenya salphaan isinii fudhadha. OPDO olaanoo keessa jiran wal qindeessuudhaan
keessa garee adda addaatu jira. Garee OPDO yaada lama qabatanii dhufan. Yaadonni sunis:
Jijjiiramaa Team Lammaa jedhamuuf garee Tokko ABO keessa sochiin gandaa akka jiruu fi
OPDO dulloomtuutuf ergamtuu namoota kunimmoo sirrachuu akka qabu. Lammaffaa,
biraan durfamu gareewwan jedhamantu ture. ilaalcha Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessatti
Gareen sadaffaa kan haala ilaallatee “Karaan gara Oromiyaa Geessu Xoophiyaa
deemudha. Hanga, Caffeen Oromiyaaf Central keessani” jedhu cimsuu jalqaban. Seenaa
Comittee’n OPDO garee tokko of keessaa qabsoo ABO keessatti ilaalcha kana kan
baasuutti sadanuu ana OPDO sirriin jechuun qabaachaa ture, I/A/H/D duraanii kan ta’an
itti fufa turan, Osoo Badhaadhinni hin Jaal Leencoo Lataati. Haaluma kanaan, ABO’n
uumamiin dura jechuu kiyyadha. Kan ABO jiru kun hundeedhaan jijjiiramuu qaba
jechuudhaan piropogaandaa bal’aa fi guddaa 17 ta’anis Hooggantoota ABO Jijjiiramaa
ta’e hafarsuutu jalqabame. Kanumarraa wajjin akka turan seenaan ni dubbata.
ka’uun, qaamni ABO Jijjiiramaa jedhu
qilleensuma keessatti, jechuunis otoo Sosochii ture kanaaf haala mijataa kan uumee
beekamtii hin argatiin, sochii qindaawaa fi B/Generaala Kamaal Galchuu Mootummaa
jabaa ta’e taasisuu jalqabe. Ergamni ABO Wayyaanee Xoophiyaa ganee/miliqee gara
Jijjiiramaa yeroo sanaa waan baayyee ta’us ABOtti dabalamuusaatu akka carraa guddaatti
ilaalame. Kanaa wajjin wanti gaaffii ta’ee ture
akeekni guddaan tokko ABO keessatti
“Jijjiirama Hooggansaa Fiduu” kan jedhu isa garuu B/G/ Kamaal Galchuu yaada miseensota
ifaa fi mul’ataa ture. Gumii Shanee jijjiirama hooggansaa barbaadu
kanaa wajjin wal unachuuf wal fudhachuu
Egereef haala qabatamaa yeroo sanaa isaati. Yaada gartuu miseensonni Gumii
irrattillee namoonni miseensa ABO hin Shanee ABO dhiyeessan sadarkaa Gumii
taaneef jabina akkasumas dadhabina ABO Shanee ABOtti dudubbatamaa ture.
quba hin qabaanne dhimma ABO irratti Akkaataadhuma qajeelfama ABOtti, Hayyu
qorannoowwan haamileef fudhatama ABO Dureen ABO Kab. Jaal Daawud Ibsaa yaada
gaaffii keessa galchuu danda’an jedhamanii jijjiiramaa kana akka adeemsa isaa
yaadaman hojjechuudhaan marsariitii eeggachuudhaan Kora Sabaaf Gumii Sabaatti
hawaasummaa keessa facaasaa turan. dhiyaatee irratti marii’atamuuf murtoon
Akkaataa sochii yeroo sanaatti, hojiin darbu kaa’ee ture. Yaadota jijjiiramaa ka’anii fi
hojjetame maal ture jedhee miseensotaaf turaniif qajeelummaa kan qabuuf
deeggartoota ABO gaafadheen ture. Folqolcha dimokiraatawaa akka turetu dha. Jarri yaada
Gaggeessuu akka ta’eetti miseensotaaf jijjiiramaa kana qabatanii dhufan garuu obsa
hooggantoota ABO biratti fudhatame, ittis hin qabaanne, kanaaf adeemsa dhaabaan ala
amaname. Qaamni folqolcha kana gaggeessan itti deemuudhaaf yaalani. Adeemsaa fi kallattii
jedhamanis olii hanga gadiitti wal qabsoo ABO kabachiisuu kan qabu Hayyu
qindeessuudhaan sagaleef tooftaa wal Duree waan ta’eef, Jaal Daawud Ibsaa, bifuma
fakkaataa dhageessisaa, fudhachaa turan. adeemsa isaa eeggateen wanti jijjiiramu yoo
Sochii Jijjiiramaa kana kan jalqaban jiraate akka jijjiiramuuf ejjennoof murtoo
miseensota Gumii Shanee yommuu ta’an guddaan akka itti deemametu ibsama.
miseensonni Gumii Sabaas akkuma sana wal Ceephoon ture Hooggansi ABO
ijaaraniitu itti deeman. Miseensota Gumii gandummaadhaan ijaarameera kan jedhu
Shanee ABO yeroo sanaaf kanneen ABO yommuu ta’u furmaanii kaa’ames Jijjiirama
Jijjiiramaa jedhamanii turan yommuun Hooggansaati.
maqaaf gahee hojii isaanii ibsu:

1)Obbo Leencoo Baatii-Itti Gaafatamaa


Damee Aadaa fi Beeksisaa

2) Prof Hasan Huseen-Itti Gaafatamaa Damee


Dantaa Alaa

3) Obbo Luchoo Bukuraa-Itti Gaafatamaa


Damee Aadaa fi Hawaasummaa

4) Obbo Abbiyyuu Samuu dha. Akkasumas


miseensota Gumii Sabaa keessaa namoonni

You might also like