[go: up one dir, main page]

0% found this document useful (0 votes)
2K views11 pages

Ibsa Maqaa - 240217 - 132002

Uploaded by

hamzateferi1
Copyright
© © All Rights Reserved
We take content rights seriously. If you suspect this is your content, claim it here.
Available Formats
Download as DOCX, PDF, TXT or read online on Scribd
0% found this document useful (0 votes)
2K views11 pages

Ibsa Maqaa - 240217 - 132002

Uploaded by

hamzateferi1
Copyright
© © All Rights Reserved
We take content rights seriously. If you suspect this is your content, claim it here.
Available Formats
Download as DOCX, PDF, TXT or read online on Scribd
You are on page 1/ 11

Maqibsa.

Afaan oromoo keessatti


jechoonni yookiin baqamaa
booda galuudhaan waa'ee
maqaa ykn bamaqaa sanaa
odeeffannoo nuuf kennan "ibsa
maqaa" jedhamu.

Fakkeenyaaf:
Tolaan Intala diimtuu sana
jaallate.
Hasan mana guddaa qaba.

As keessatti:
Intala= maqaadha.
Diimtuu= ibsa maqaati.
Gaaffii; intala akkamiiti? Jedhuuf
deebii ta'a.
#gosoota maqibsaa/ ibsa maqaa.

1.Ibsa maqaa baay'inaa.


Adjectives are expressions that
describe the quantity/ plurality of
the noun or pronoun.

Maq-ibsoota baay'ina/
heddumina maqaa ykn bamaqaa
sanaa ibsanidha.

Fakkeenyaaf:
Barattoonni muraasni dhufaniiru.
Namoota baay'eetu/baayyeetu
dhufe.
Barsiisota hedduun beeka.

-A few students have come.


-Many peoples came.
- I know many teachers.

.....muraass, baayyee,
hedduu...is a plural noun
expression.
.....muraasa, baayyee,
hedduu...kan jedhu ibsa maqaa
heddunima ibsudha.
2.Ibsa maqaa lakkoofsaa.
Maqibsoota baayyina maqaa
lakkoofsaan eeranidha.
They are adjectives that refer to
the plurality of nouns in numbers.
For example:
-Two cars went to Ambo
yesterday.
-Gammachuu borrowed
a hundred money.
Fakkeenyaaf:
-Konkolaataan lama kaleessa
Amboo deeme.
-Gammachuun qarshii dhibba
tokko liqeeffate.

3.Ibsa maqaa Abbummaa.


Maqibsoota abbaan qabeenyaa
eenyu akka tahe ibsanidha.
-They are adjectives that
describe who the owner is.
Fakkeenyaaf:
Kitaabni kee maxxanfameera.
Maatiin keenya najaallatu.
Biyya koo nan jaalladha.
Intalli keessan jimmaan deemte.

Your book has been


published.
Our family loves me.
I love my country.
Your daughter went to
Jima.

4.ibsa maqaa iyyaafannoo.

They are those that describe a


noun or pronoun using
interrogative words (interrogative
pronouns).
Jechoota iyyaafannoo (bamaqaa
gaaffii)tti fayyadamuudhaan
kanneen maqaa ykn bamaqaa
addeessanidha.
Fakkeenyaaf:
Qarshii hammam qabda?
Mullati kee maali?
For example:
How much money do you have?
What is your vision?

5. Ibsa maqaa maalummaa.


Maalummaa maqaa ykn
bamaqaa kanneen ibsanidha.
They describe the nature of a
noun or pronoun.

Fakkeenyaaf:
Namni gaariin hin badu.
Caalaan ilma cimaa qaba.
A good man does not perish.
Caalaa has a strong son.
6. Ibsa maqaa bifaa.
Gabatee gurraacha irratti
barreessi.
Huccuu adii naaf biti.

7.ibsa maqaa amalaa.

Tolaan nama eebbifamaadha.


Caalaan intala gaarii fuudhe.

8. Ibsa maqaa akeektuu.

Barcuma sana irra taa'i.


Qalamni kun kankeeti.

You might also like