Sharing Options: Share or Embed Document
Sharing Options: Share or Embed Document
Download now
4 08 PDF
Uploaded by
Tegene Abera
Date uploaded
on May 23, 2020
7K views
144 pages
Document Information
click to expand document information
Date uploaded
May 23, 2020
Original Title
4-08 (1).pdf
Copyright
© © All Rights Reserved
Available Formats
PDF, TXT or read online from Scribd
Copy Link
Copy Link
Did you find this document useful?
21%21% found this document not useful, Mark this document as not useful
Is this content inappropriate?
Report this Document
Download now
0
MOOTUMMA
A NAANNOO
OROMIYAABI
IROO
INDUUSTIRII
FI MISOOMA
MAGAALAA
OROMIYAAT
TIEJENSII
MISOOMAA
FI
MANAAJIMA
NTII LAFA
MAGAALAA
OROMIYAA
Qajeelfama
Lafa
Magaalaa
Sirna Liiziin
Bulchuuf
Irra Deebiiin
Bahe
lakk.4/2008
Adoolessa,
2008Finfinne
e
i
Baafata
Mata Duree Fuula
Seensa
.................................
..................................
..................................
...................... 1
KUTAA
TOKKO
.................................
..................................
..................................
....... 2
Tumaalee
Waliigalaa
.................................
..................................
..................................
.2
KUTAA LAMA
.................................
..................................
..................................
.......... 9
Lafa
Magaalaa
Sirna Liiziin
Bulchuu
.................................
..................................
............. 9
KUTAA SADI
.................................
..................................
..................................
.......... 17
Lafa
Magaalaa
Caalbaasiin
Hayyamuu
.................................
..................................
........ 17
KUTAA AFUR
.................................
..................................
..................................
......... 39
Lafa
Magaalaa
Ramaddiin
Hayyamuu
.................................
..................................
......... 39
KUTAA SHAN
.................................
..................................
..................................
........ 60
Waliigaltee
Liizii, Bara
Liizii fi
Kenninsa
Waraqaa
Ragaa
.................................
................ 60
KUTAA JAHA
.................................
..................................
..................................
......... 66
Gatii Liizii fi
Raawwii
Kaffaltii Lafa
Magaalaa
.................................
................................
66
KUTAA
TORBA
.................................
..................................
..................................
...... 74
Sadarkaalee
Ijaarsaa
.................................
..................................
..................................
74
KUTAA
SADDEET
.................................
..................................
..................................
.. 80
Jijjiirraa
Tajaajilaa
Yookiin Gosa
Projektii
Hayyamuu
.................................
..................... 80
KUTAA
SAGAL
.................................
..................................
..................................
....... 86
Mirga Liizii
Dabarsuu
.................................
..................................
...............................
86
KUTAA
KUDHAN
.................................
..................................
..................................
... 91
Mirga
Qabiyyee
Liizii Wabum
maan
Qabsiisuu
.................................
..............................
91
KUTAA
KUDHA-
TOKKO
.................................
..................................
........................... 93
Waliigaltee
Liizii
Haaromsuu
fi Addaan
Kutuu
.................................
.............................. 9
3
KUTAA
KUDHA-
LAMA
.................................
..................................
............................. 95
Lafa
Magaalaa Ga
d-lakkisiisuu
.................................
..................................
................... 95
KUTAA
KUDHA-
SADII
.................................
..................................
..............................
98
Bulchiinsa
Lafa
Magaalaa
Magaalota
Sirna Liizii
Keessa Hin
Galle
.................................
.. 98
KUTAA
KUDHA-
AFUR
.................................
..................................
............................
101
Tumaalee
Adda Addaa
.................................
..................................
............................
101
1
Seensa
Sirna mirga
itti
fayyadama
lafa
magaalaa
bu’uura
labsii fi
dambii
dhimma
kanaaf
baheen
karaa
iftoominaa fi
itti
gaafatamum
maa qabuun
magaalota
naannichaa
hunda
keessatti
hojii
irra oolchuun
ummanni
naannichaa
misooma
lafa
magaalaa
irraa
fayyadamaa
akka
ta’utaasisuu
n
barbaachisaa
ta’ee waan
argameef;
Bu’ura
heera
mootumma
a
naannichaat
iin magaalo
ta
naannichaa
keessatti
haalaqabat
amaa fi
sadarkaa
guddina
magaalotaa
tiin lafti
magaalaa h
aala ittiin
hayyamam
uu
fi ittiin bulu
karaa guutu
u fi
iftoomina
qabuun
tarreessuun
barbaachisa
a
ta’ee waan
argameef;A
deemsa
raawwii
seerota
mirga itti
fayyadama
lafa
magaalaa
naannoo
keenyakees
satti tureen
dhimmootni
haguuggii
seeraa hin
argatin,
iftoominni
kan
hanqatuu
fi qaawwa
kan qabanu
mul’achaa
turuu
isaatiin
hanqinoota
kana
maqsuun
rakkoo
gochoota
kira
sassaabdu
mmaa fi
bulchiinsa
gaarii
sababa
kanaan
uumamaa
turanfuruun
waan
barbaachise
ef;Hanqinoo
ta raawwii
seerota lafa
magaalaa
keessatti
kanaan
dura
magaalota
naannichaa
keessatti
mul’achaa
turan furuuf
haala
qabatamaa
naannichaa
waliin
walsimee
dambiin
liizii lafa
magaalaa
mootumma
a
naannichaa
n irra deebi
in
foyya’eekan
ragga’e ta’u
u isaatiin
dambii
kana
qajeelfamni
raawwachiis
uu
dandeessis
u bahuu
waan
qabuuf;Akk
aataa labsii
lakk.
179/2005
keewwata
17 (2) fi
Dambii
lafa magaal
aa liiziin
bulchuufirra
deebiin
foyyeessuuf
bahe lakk.
182/2008
keewwata
65
’
tiin
qajeelfamni
kun
bahee jira.
2
KUTAA
TOKKOTu
maalee
Waliigalaa
1.
Mata Duree
Gabaabaa
Qajeelfamni
kun
“Qajeelfam
a Lafa
Magaalaa
Sirna Liiziin
Bulchuuf
Irra Deebiin
BaheLakk.
4/2008”
jedhamee
waamamuu
ni danda’a.
2.
Hiika
Akkaataan
jechichaa
hiika biroo
kan
kennisiisuuf
yoo ta’e
malee,
qajeelfama
kana
keessatti;1)
“Naannoo”
jechuun
Naannoo
Oromiyaati.
2)
“Mana
Maree
Bulchiinsaa”
jechuun
Mana Maree
Bulchiinsa
Mootumma
a
Naannoo
Oromiyaati.
3)
“Biiroo”
jechuun
Biiroo
Industirii fi
Misooma M
agaalaa
Oromiyaati.
4)
“Ejensii”
jechuun
Ejensii
Misoomaa fi
Manajimant
ii Lafa
Magaalaa
Mootumma
a Naannoo
Oromiyaa
jechu
dha.5)
“Labsii”
jechuun
Labsii
Federaalaa
Haala Lafti
Magaalaa
Liiziin Itti
Qabamuuf
Bahe lakk.
721/2004 j
echuu dha.
6)
“Dambii”
jechuun,
Dambii Lafa
Magaalaa
Naannoo O
romiyaa
Liiziin
BulchuufIrr
a Deebiin
Bahe Lakk.
182/2008
jechuudha.
7)
“Liizii”
jechuun
sirna
qabiyyee
lafaa mirgi
itti
fayyadama
lafa
magaalaa w
aliigaltee
daangaa
yeroon
murtaa’eetii
n itti
argamu
dha.
8)
“Magaalaa”
jechuun idd
oo manni q
opheessaa
keessatti hu
ndaa’e
yookiin
ummanni
2000 fi isaa
ol kan
keessa
jiraatuu fi
kana
keessaa
yoo
xiqqaate
humna
namaa %50
kan ta’u
hojii
qonnaan
alaarratti
bobba’ee
argamu
dha.
9)
“Lafa
Magaalaa”
jechuun
lafa
daangaa
bulchiinsa
magaalaa
keessatti
argamu
jechu dha.
3
10)
“Lafa
Faayidaa
Ummataaf
Ramadamu
” jechuun
uummatni
kallattiin
yookiin
al-kallattiin
mirga itti
fayyadamu
mmaa lafa
irraa qabu
mirkaneess
uu
fimisooma
hawaas-
diinagdee
itti fufiinsa
qabu akka
argatu
taasisuuf
Ejensichi
pilaanii
magaalaa
bu’uura
godhachuun
lafa faayida
a ummataaf
murteessu j
echu
dha.11)
“Ramaddii”
jechuun
nama
yookiin
pirojektoota
caalbaasiin
keessumme
effamuu hin
dandeenyee
f faayidaa
gama
hawaasum
maa
fidiinagdeen
qaban
madaaluun
dorgommii
caalbaasii
liiziin
ala haala
lafti liiziinitti
kennamu
jechu
dha.12)
“Caalbaasii”
jechuun
bu’uura
ulaagaa
dorgommii
sirna
dorgommii
gabaairratti
hundaa’ee
bahuun
dorgommiin
gaggeeffam
ee
moo’ataa
caalbaasiitii
f
haala
qabiyyeen
lafa
magaalaa
liiziidhaan
itti darbu
jechu
dha.13)
“Caalbaasii
Addaa”
jechuun
gosa
caalbaasii
dorg
omaan
caalbaasiif
dhiyaate
tokko ta’us
pirojektoota
Labsicha
keewwata
11
(7) jalatti
tarreeffama
niif haala
lafti
caalbaasiid
haan itti
darbu jechu
dha.14)
“Koree
Caalbaasii
Raawwachii
su” jechuun
hojjattoota
mootumma
a seera
hojjattoota
mootumma
a irratti
hundaa
’uudhaan
dhaabbataa
n
qaxaramani
i fi
ogeessota
ogummaa
barbaadam
u qaban
kan
ofkeessaa
qabu
caalbaasii
liizii
lafaa akka
raawwachiis
anii fi haala
akka
mijeessan
miseensa
koree
ta’anii
ramadaman
jechu
dha.15)
“Pirojektoot
a Faayidaa
Addaa
Biyyoolessa
a Qaban”
jec
huun
guddinaa
fitiraanisfoo
rmeeshinii
biyyaa
keessatti
pirojektoota
misoomaa
jijjiirama
ol’aanaa
fiduu
danda’an
yookiin
hariiroo
biyyattii
gama
hundaan
babal’isuuf
sochii
biyyattiin
taasiftu
keessatti
biyyoota
biroo waliin
walitti
dhufeenya
uumamuuf
bu’u
ura buusuuf
pirojektoota
mootumma
an
karoorfama
n
jechudha.1
6)
“Gatii Liizii
Ka'umsaa”
jechuun
baasii
bu’uuraalee
misoomaa
gurguddoo
diriirsuuf
barbaachisu
, qabeenya
laficha irra
qubatee jiru
kaasuuf
yookiin
beenyaa
namoota
laficha irraa
ka’aniif
kaffalamuu
fi
baasiiwwan
biroo
tilmaama
keessa kan
galche gatii
ka’umsa
liizii lafa
magaalaa
jechu dha.
Error! Filename not specified
4
17)
“Gatii
Caalbaasii
Wayitaawaa
” jechuun
gatii
caalbaasii
giddugalaa
lafa
magaalaa
tokko
keessatti
yookiin
magaalaa
ramaddii
sadarkaa
walgitukees
satti
tajaajilaa fi
sadarkaa
iddoo
walfakkaatu
u yeroo
waggaa
lama
hincaalle
keessatti
itti darbe
jechu
dha.18)
“Zoonii
Gatii Liizii”
jechuun
gatii liizii
ka’umsaa,
sadarkaa
fi gosa
tajaajila
lafamagaala
a irratti
hundaa’ee
kaartaan
daangeffam
ee zoonii
gatii liizii
lafaa
qophaa
’u jechu
dha.
19)
“Gatii Mirgi
Liizii Ittiin
Darbu”
jechuun
lafa liizii
ijaarsi osoo
irratti hin
gaggeeffam
iin yookiin
ijaarsi
walakkaa fi
walakkaa g
adi irra
qubatee
mirga
ittifayyada
ma liizii lafa
magaalaa
akkaataa
seeraatiin
dabarsuuf
qaama
aangooqab
uun g
atii ol’aanaa
naannoo
lafti
caalbaasiif
dhiyaate itti
argamubu’u
ureffachuun
kan
murtaa’u
jechu dha.
20)
“Ijaarsa”
jechuun,
bu’uura
eeyyama
itti
fayyadama
lafaa
kennameeti
in ijaarsa
yeroo yook
aan dhaabb
ataa faayid
aa mana jir
eenyaa, wa
ajjira, wars
haa, yookiin
faayidaa
adda
addaatiif
oolu
jechuudha.
21)
“Ijaarsa
Jalqabuu”
jechuun
ijaarsa
yookiin
gamoo
bakkichatti
ijaaramuufe
eyyamamee
f yoo
xiqqaate
bu’uura
ijaarsichaa
hojjechuu fi
ijaarsa
kolanii
raawwachu
u kan
dandeessisa
n hojii
sibiila
kolanii
dhaabuu
xumuruu
dha.22)
“Bu’uura
Ijaarsaa
Xumuruu”
jechuun
haala
pilaaniitiin
lafni ijaarsa
a qotamee
guutummaa
guutuutti
armaataa
kan
guutame,
hojiin
filoorii
(floor)
kanxumura
mee fi
ijaarsi
dhaaba
floorii
jalqabaa
kan
jalqabame
jechu
dha.23)
“Ijaarsa
Walakkaa
Xumuruu”
jechuun:
a.
V
iillaa yoo
ta’e,
bu’uura
baasuu,
hojii kolonii
fi baaxiif
barbaachisu
xumuruu;
b.
Gamoo yoo
ta’e, hojii
bu’uuraa fi
hojii
solleettaa
darbii
hunda %
50 kanta’u
raawwachu
u; yookiin
c.
Riil Isteetii
bilookiin
ijaaramu
yoo ta’e,
akkaataa b
arbaachisu
mmaa
isaatti
bilookiiwwa
n hunda
irratti haala
Keewwata
Xiqqaa
kana
tartiiba
qubee
‟
a” yookiin
‟
b” jalatti
ibsameen
ijaarsa
raawwachu
u jechu
dha.
Error! Filename not specified.Error! Filename not specified.
5
24)
“Ijaarsa
Xumuruu”
jechuun
lafa liiziin
kenname
irratti haala
heeyyama
ijaarsaa
kennameen
mana
ijaaramee
tajaajila
kennuuf qo
phaa’e
jechu dha.
25)
“Mana”
jechuun
magaala
keessatti
mana haala
seera
qabeessa
ta’een
yookiin
beekumtii
seeraa
argatee
tajaajila
kamiifiyyuu
ijaarame
yookiin
ijaramaa
jirudha.26)
“Mana
Jireenyaa”
jechuun
mana tajaaj
ila
jireenyaatiif
ijaaramuun
xumuramee
tajaajila
kennaa jiru
yookiin kan
tajaajila
walfakkaatu
uf
ijaaramaa
jiru dha.27)
“Mana
Dhaabbataa
” jechuun
mana
tajaajila
jireenyaatiif
ala
ijaaramee
xumuramee
tajaajila
kennaa jiru
yookiin kan
tajaajila
walfakkaatu
uf
ijaaramaa ji
ru dha.28)
“Mana
Tajaajila
Makaa” jec
huun mana
tajaajila
jireenyaa
yookiin
dhaabbataa
f yookiin la
maaniifuu ij
aarmaa jiru
yookiin ijaa
ramee xum
uramee taja
ajilalamaan
uu kennaa
jirudha.29)
“Qonnaan
Bulaa”
jechuun
nama lafa
baadiyyaa
mirga itti
fayyadama
lafaa
investiment
iin ala
seeraan
qabatee
yookiin
argatee
hojii
qonnaa
irratti
bobba’uun
galii laficha
irraa
argamuun
ofiisaa fi
maatiisaa
kan bulchu
dha.
30)
“Horsiisee
Bulaa”
jechuun
nama lafa
baadiyyaa
investiment
iin ala
dheedinsam
argaaf
qabatee
beeyilada
kan horsiisu
ta’ee
jireenyi isaa
fi maatiisaa
irra
caalaan
beeyiladaa
fi bu’aa
beeyiladaar
ratti kan
hundaa’e
jechu dha.
31)
“Gamisa Ho
rsiisee Bula
a” jechuun
nama
lafa baadiyy
aa seeraan
qabatee jire
enyi isaa
hojii
qonnaa fi
horsiisuu
irratti kan
hundaa’e
jechu dha.
32)
“Yeroo
Haaragalfan
naa”
jechuun
namni
lafti liiziin
hayyamam
eef
kaffaltiidura
a erga
kaffalee
booda, gatii
liizii
waliigalaa
kan waggaa
waggaan
kaffalamu o
too hin eeg
aliin yeroo
murtaa’eef
kaffaltii wag
gaa irraa bil
isata’ee akk
a turu
yeroo haara
galfannaa
hayyamam
u dha.
33)
“Lafa
Ofdanda’ee
Hin
Misoomne”
jechuun
bal’inni
qabiyyichaa
istaandardii
bal’ina lafaa
isa xiqqaa
tajaajilichaa
f
magaalicha
keessatti
murtaa’ee
gadi yoota’e
yookiin lafa
citee lafa
duwwaa
cinaa jirutti
makamee
misooma
biroof
ooluu kan
hin
dandeenye
yookiin
qabeenyi
lafa
kanarratti
argamu
tilmaamni
gatii ijaarsa
yeroon yoo
shallagamu
ida’ama gat
ii liizii
caalbaasii
yeroo
lafichaa
6
harka
walakkaa ol
ta’ee lafa
magaalaa
argamee fi
kallattii
rog-arfeen
yooilaalamu
rog-tokko
tajaajila
dhaabbataa
f meetira 7
gad,
tajaajila
manaaf
meetira 4
gad kan
ta’e
jechu
dha.34)
“Lafa
Babal’ifann
aa” jechuun
lafa
magaalaa
dabalataan
pirojektii
duraan
heyyamam
ee hojii
oomishaa
yookiin
tajaajila
kennuu
jalqabeef
yookiin
pirojeektii
ijaarsa
jalqabee
jiruuf ta’ee,
a)
tajaajila
pirojekticha
a yoo
xiqqaate
kappitaalaa
n, carraa
hojiifi
hanga
oomishaa
yookiin
tajaajilaa
dabaluun
babal’isee
hojjechuuf
barbaachisu
,
yookiinb)
haala
dirqisiisaan
tajaajila
pirojeektii
lafti duraan
hayyamam
eefguutum
maatti
raawwachu
uf
dabalataan
barbaachisu
u fi
ulaagaadam
bichaafi
qajeelfama
kanaan
tumame
guutee
argamee
fic)
teessumni
yookiin
argamni
isaa
lafa duraani
itiin
kan walitti
aanee
argamu
yookiin bak
ka
adda addaa
tti kan
argamu ta’e
e,
lafa tajaajil
a walfakkaa
tuuf yookiin
kallattiin
hidhamiinsa
qabuuf
ooluu
danda’uuf
gaafatame j
echuudha.3
5)
“Tajaajila
yookiin
maanifaakc
hariingii
fooyya’aa”
jechuun,
gosa
industirii
tajaajilaa
yookiin
maanifaakc
haringii
yookiin kan
biraa
duraan
hayyamam
eeture irraa
gara
gosa,a)
pirojeektii
yookiin
tajaajila
kaapitaalaa
fi carraa
hojii
uumuun,
yookiinb)
sharafa
biyya
alaa argam
siisuun
yookiin
hambisuun
yookiin
lameeniinuu
, yookiinc)
walitti hidh
amiinsa bu’
a qabeessa
damee diin
agdee qonn
aa yookiin
maanufaakc
haringiin
waliin
qabuunii
fid)
dhiibbaa
faalama
naannoo
xiqqeessuu
nii fi bu’aa
ce’umsa
teeknoloojii
f
a
rgamsiisuun
foyyaa’aa y
ookiin
caalee
argame
jechuudha.
36)
Industirii
Maanifaakc
hariingii”,
jechuun,
damee
Industirii
galtee
oomisha isa
afiizikaalaa
n yookiin
keemikaala
an jijjiiree
oomisha
haaraa
argamsiisu
ta’ee,
adeemsi
oomishichi
itti
gaggeeffam
u harkaan
yookiin ma
ashina ta’u
u nidanda’a
.
7
37)
“Istaandard
ii” jechuun
istaandardii
qoqqoodins
a lafaa
yookiin
istaandardii
ragaa
lafaan
walqabate
yookiin
istaandardii
kamiinuu
jechu
dha.38)
“Nama”
jechuun
nama
uumamaa
yookiin
qaama
seeraan
mirgi
namummaa
kennameef
jechuudha.
3.
Ibsa
Korniyaa
Qajeelfamni
kana
keessatti
korniyaa
dhiiraatiin
kan ibsame
dubartiis ni
dabalata.
4.
Daangaa
Raawwatiins
aa
Qajeelfamni
n kun
magaalota
naannichaa
sirna liizii
keessa
galanii fi
magaalotaki
raan bulan
hunda
keessatti
dhimmoota
qajeelfama
kanaan
tumamanii f
i
isaanilaallat
u irratti
raawwatiins
a ni
qabaata.
5.
Qajeeltooww
an
1)
Mirgi itti
fayyadama
lafa
magaalaa
kan hayya
mamu
fayyadamu
mmaa fi
guddina
waliinii
uummata
naannichaa
mirkaneess
uuf ta’uu
qaba.
2)
Hojiiwwan
dhiyeessii,
dabarsaa fi
bulchiinsi
lafa
magaalaa
magaalota
naannookee
nyaa hunda
loogii,
hojmaata
badaa fi
gochaafi
ilaalcha kira
sassaabdu
mmaa irraa
karaa
ittifamee fi
bilisa ta’een
raawwatam
uu qaba.
3)
Lafti
magaalaa
bu’aa fi
misooma
magaalotaa
olaanaa
karaa
argamsiisuu
n
hayyamam
uutu irra
jiraata.4)
Dhiyeessii fi
dabarsi lafa
magaalaa
naannoo
keenyaa
jiraataa
naannichaa
misooma
magaalotaa
fi
naannichaa
keessatti
bu’uura
heera
mootumma
an
mirgoota
misooma
diinagdee fi
hawaasum
maa
uummatich
aa
kallattiisada
rkaa
olaanaan
mirkaneess
uun
hirmaachisu
u fi
fufiinsaan
fayyadamaa
taasisuu
qaba.5)
Lafa
magaalaa
tajaajila
misooma
magaalaaf
kutaalee
hawaasaa
adda addaa
tiifkaraa
haqa
qabeessa,
madaalawa
a,
iftoominaa
fi itti
gaafatamu
mmaa
qabuun
dhaqqabam
aa
hojmaata
taasisuu
danda’u
hordofuun
kan
raawwatam
u ta’uu
qaba.6)
Ququllina
raawwii
hojii
dhiyeessii fi
bulchiinsa
lafa
magaalaa
mirkaneess
uufsosochii
hirmaannaa
jiraataa
naannichaa
uumuun
mirkaneess
uu fi
hojmaata
sakatta’iins
a qulqullina
hojiirra
oolmaa
riiformii fi
seerota lafa
magaalaa
8
jalqabarraa
hojiirra
oolchuun
sadarkaan
sakatta’aa
deemuu
kallattiidan
deessisu
hojiirra
oolchuun
ta’uutu
irraa
eegama.
7)
Misoomaa fi
dhiyeessii
lafa
magaalaa
fufiinsaa
kan qabuu
fi bu’a
qabeessa
gochuuf,
pilaanii fi
istaandaard
ota itti
fayyadama
lafa
magaalaa g
uutummatti
hojiirra
oolchuun,
magaalaa
jireenyaa fi
hojiif bakka
mijooftuu
gochuun,mi
sooma
saffisaa
magaalotaa
naannichaa
keessatti
dhugoomsu
ufhojjechuu
dha.8)
Qabiinsii fi
itti
fayyadamni
ragaalee
raawwii
dambichaa
fi
qajeelfama
kanaa
tartiibaan
gurmaa’aa
fi kuufamaa
bif
a itti
gaafatamu
mmaa
qabuun
sadarkaan
kan
qabanuu fi
yeroon,
qulqullinaa
fi karaa
guutuu
ta’een
qaama
sadarkaan j
iruuf
darbuun gal
tee milkaa’i
na hojii
misoomaa fi
bulchiinsa
lafa magaal
aanaannich
aaf ta’uu
dandeessis
uun ta’a.
9
KUTAA
LAMALafa
Magaalaa
Sirna
Liiziin
Bulchuu
6.
Bu’uura
labsichaa
keewwata
keewwata 5
jalatti
tumameen
lafa
magaalaa
qabachuu fi
heyyamuun
dhorkamuu
isaa;
1)
Namni
kamiyyuu
akkaataa
labsii,
dambii fi
qajeelfama
kanaan kan
tumameen
ala lafa
magaalaa
qabachuun
yookiin
babal’isee
daangees
suu fi
fayyadamu
un
hin
danda’u.
2)
Namni
kamiyyu
labsii,
dambii fi
qajeelfama
kanaan kan
tumameen
ala lafa
magaalaa
heeyyamuu
yookiin
dabarsuu
hin
danda’u.
7.
Haala lafti
magaalaa
ittiin
hayyamamu
1)
Lafti
magaalaa
tajaajila
kamiifuu
caalbaasii
fi ramaddii
liizi
itiin ta’a;
2)
Kan
keewwata
kana
keewwata
xiqqaa (1)
jalatti
tumame
jiraatus,
magaalotasi
rna liizii
keessa
hingalle
keessatti
lafti
magaalaa
kan
kennamu
caalbaasii fi
ramaddiidh
aan
ta’ee, sirna
kiraatiin ka
n bulu ta’a.
8.
Magaalota
Sirna Liizii
Keessa
Galchuu
1)
Bu’uura Lab
sicha
keewwata
5 keewwata
xiqqaa
(4)tiin fi
dambicha
keewwata6’
tiin
Magaalotni
Naannichaa
sirna liizii
keessa hin
galle,
Ejensiin
erga
qoratamee
dhiyaate
booda
murtee
Mana
Mareetiin
sirna liizii
keessa kan
galan ta’u.
2)
Akkaataa
keewwata
kana
keewwata
xiqqaa (1)
jalatti
tumameen,
qorannooEj
ensiin
taasisuuf
ragaaleen
barbaachisa
nu caasaa
Ejensichaa
godinaalee
fimagaalota
sirna liizii
keessa hin
gallee hojm
aata
Ejensiin
kanumaaf
diriirsuun
sassabamu
un
mirkanaa’a
nii kan
dhiyaatanu
ta’a.
3)
Godinaalee
fi
Magaalotni
sirna liizii
keessa hin
galin sirna
liizii
magaalota j
araa keessa
tti hojiirra o
olchuuf qop
hiiwwan bar
baachisoo h
unda kallatt
ii
Ejensiin
kaa’amuun
dursanii
qophaawaa
turuuf
dirqama ni
qabaatu.
4)
Bu’uura
keewwata
kana
keewwata
xiqqaa (3)
ja
latti
ibsameen
haal-
dureewwan
dursanii
magaalota
kanneen
keessatti
raawwatam
uu qabanu;
Trusted by over 1 million members
Try Scribd FREE for 30 days to access over 125 million titles without ads or interruptions!
10
a)
Pilaanii
magaalaa
yookiin
pilaanii bu’u
uraa
qopheessuu
;
b)
Ragaa
bu’uuraalee
misoomaa
(daandii
(bal’ina,
dheerina,
bara itti
ijaarame,
(haaraa
yookiin
suphaa)
gosa
meeshaa
itti
ijaaramee,
Fkn,cirrach
a, dhakaa
bocamaa,
biyyee),
bishaan
(madda
isaa, Fkn,
ujummoo,b
urqituu,
laga),
ibsaa), gatii
itti
ijaarame,
bakkeewwa
n itti
argaman,m
agaalaa
sassaabuu
fi
gurmeessu
un
qabachuu;c
)
Sadarkaa
lafa magaal
aa
qopheessan
ii
murteessisu
u;d)
Ragaa lafa
caalbaasii
kiraan
darbanii
marsaan,
gosa
tajaajilaan,
bal’ina
lafaan, gatii
itti darbe,
gatii
dorgomaan
lafa
caalbaasiif
dhiyaate
tokkotokko
of kenne
hunda
gurmeessu
un
qabachuu;e
)
Ragaa
bittaa
gurgurtaa
qabeenya
dhaabbataa
magaalicha
keessatti
qaamasadaf
faaf darbee
gosa
tajaajilaa,
hanga itti
darbe, gosa
qabeenya
lafichairra
jiruu,
yeroo/bara
itti darbe fi
kkf;f)
Lafa
daangaa
magaalicha
a keessa
jiru
lakkaa’uu fi
galmeessuu
n ragaa
isaa
qindeessani
i
qabachuu;g
)
Qabiyyeew
wan lafa
magaalaa
qaama
adda
addaan
qabaman
akkaataalab
sii, dambii fi
qajeelfma
dhimma
kanaaf
baheen
sirna
qabsiisuu;h
)
Ragaalee
qabiyyee
lafa
magaalaa
ragaa
abbaa
qabiyyumm
aa
qabanuuakk
aataa
qajeelfama
an
gurmeessu
un
qabachuu;i)
Hojiilee
barbaachiso
o kanneen
biroo lafaa
fi qabeenya
lafa
magaalaa w
ajjin
walqabatan
qindeessani
i qabachuu
qabu.5)
Magaalotni
Mana Maree
Bulchiinsaat
iin gara
sirna liiziitti
akka
galan murta
a’e
ibsi
tarreeffama
an
uummataaf
ni
taasifama.6
)
Haaluma
keewwata
kana
keewwata
xiqqaa (5)
jalatti
ibsameen
magaalotnis
irna l
iizii keessa
akka galanu
murtaa’e
gama
Ejensiitiin
magaalota
kanneeniif
hubannoo
gahaa
kennuun
akka
hojiirra oolu
deeggersaa
fi hordoffii
ni
taasisa.7)
Keewwata
kana
keewwata
xiqqaa (1)
jalatti
akkaataa
tumameen
magaalotnis
irna liizii
keessa hin
galin hanga
sirna
kanatti
galanutti
magaalota
kana
keessatti
lafti kan
kennamu
gatii
ka’umsa
tilmaama
kiraa lafaa
kan
waggaankaf
falamu
irratti
hundaa’ee
caalbaasiid
haan ta’a.
11
8)
Bu’uura
keewwata
kana
keewwata
xiqqaa (7)
jalatti
tumameen
lafa
kennameef,
waraqaan
abbaa q
abiyyee ken
namu akka
ataa sirna
kiraatiin ta’
a.
9)
Bu’uura
keewwata
kana
keewwata
xiqqaa (8)
jalatti
tumameen
lafa
kenname
misoomsuu
fi
misoomsuu
dhabuun
tarkaanfiin
fudhatamu
akkaataa
Dambii
kana
keessatti
tumameen
ta’a.
9.
Bulchiinsa
Qabiyyee
Durii
1)
Labsicha
keewwata 6
keewwata
xiqqaa (3),
(4) fi
(6) jalatti
kan tumam
e
akkuma
eegametti
ta’ee,
bu’uura
Labsicha
keewwata 6
keewwata
xiqqaa(1)tii
n qabiyyeen
durii hanga
qorannoon
gaggeeffam
ee
murtaa’utti
seerakiraati
in buluun
isaa kan itti
fufu ta’a.
2)
Qabiyyeew
wan Durii
Sirna Liizii
Keessa
Galuu Hin
Qabne
Labsicha
keewwata6
keewwata
xiqqaa (1),
Dambicha
keewwata
7 fi
Qajeelfama
afi
keewwata
kana
keewwata
xiqqaa (1)
jalatti kan
tumame
akkuma
eegametti
ta’ee,
qabiyyeeww
an durii kan
atti aananii
tarreeffama
n sirna liizii
keessa hing
alanu.a)
Abbootii
mirgaa
qabiyyee
durii
dhaalaan
argatan
qooddachuu
f
gaaffiidhiye
essanii
qoodinsi
akkaataa
pilaaniitiin
fudhatama
argatee
yammuuee
yyamamuuf
;b)
Abbaan
warraa fi
haati
warraa
seeraan
walhiikan
qabiyyee
durii
qixaseeraan
murt
aa’een
qooddatanii
qoodinsichis
pilaaniin
fudhatama
yammuu
argatu;c)
Qoodinsa
qabiyyee
akkaataa
keewwata
xiqqaa
kanaa
tartiiba
qubee (a)
fi(b)
jalatti tuma
meen
fudhatama
argate, abb
ootii mirgaa
keessaa gar
ri
tokko ga’ee
kanneen
birootiif
tilmaama
kaffalani
i
hambifachu
u yoo
barbaadanii
fi kan irratti
waliigalan
ta’e;
d)
Faayidaa
ummataaf
jecha
namoota
qabiyyee
durii isaanii
gadi
dhiisaniif
lafa bakka
bu’iinsaan
kennamu;
e)
Qabiyyee
durii
waraqaa
ragaa
abbaa
qabiyyumm
aa hin
qabne
akkaataaDa
mbii kanaa
fi
qajeelfama
kanaaf bah
uun
waraqaa
ragaa
abbaa
qabiyyeeak
ka argatan
yammuu
taasifamu;
Error! Filename not specified.Error! Filename not specified.Error! Filename not specified.Error!
Filename not specified.
12
f)
Qabiyyeew
wan bara
Dargii
dhaalamanii
qaama
dhimmi
ilaaluun
abbaa
qabiyyee
duriif
murtiidhaan
deebi’an;
g)
Labsichi
‘Nagaarit
Gaazeexaa’
irratti
maxxanfam
ee
bahuun dur
a:
i.
Qabiyyeew
wan gama
Ejensii
Piraayiveta
yizeeshinii
Mootumma
a
Federaalaat
iin gurgura
manii waliig
alteen kan i
rratti raaww
ate ta’ee,
jijjiirraan
maqaa
irratti hin
raawwatami
in;ii.
Qabiyyeew
wan durii
waliigalteen
gurgurtaa
qaama
aangoo
qabuun
galmaa’e yo
okiin kan
Mana Murtii
n ragga’e y
ookiin kan
qaamadhim
mi ilaaluuf
galii ta’ee
jijjiirraan
maqaa
hin raawwa
tamiin;
iii.
Qabiyyee
durii
sababa
liqiin
baankii
deebi’uu
dhabuutiin
caalbaasiin
gurgurama
nii jijjiirraan
maqaa hin
raawwatami
in ta’u.
3)
Bu’uura
dambichaa
keewwata 8
jalatti tuma
meen
qabiyyeen
durii
waraqaarag
aa abbaa
qabiyyumm
aa hin
qabnee
waraqaa
ragaa
abbaa
qabiyyumm
aa
kennuun
qajeelfama
dhimma
kanaaf
bahuun kan
raawwatam
u ta’a.
4)
Qabiyyeen
durii
addaan
qoodamuu
kan
danda’u:
a)
Qabiyyeew
wan addaan
qoodamanii
argaman
qeenxeen
bal’in
a
lafaaistaand
ardii
tajaajilichaa
f Dambii,
qajeelfama
kanaa fi
seerota
biroo
raawwatiins
a qabaniin
murtaa’e
kan guutee
argamuu fi
pilaaniimag
aalichaan
kan wal hin
faallessine
yoo ta’ee fi
b)
Lafa
addaan
qoodamee
argamu
hundarratti
manni
ijaarsi isaa
xumurame
yoo irra
jiraate qofa
ta’a.
Tarreeffam
ni raawwii
kanaa
qajeelfama
bahuunkan
murtaa’u
ta’a.
10.
Qabiyyee
Durii Sirna
Liiziin
Bulchuu
1)
Keewwata 9
keewwata
xiqqaa (1)
jalatti kan
tumame
jiraatus,
bu’uura
dambichaa
keewwata 7
Keewwata
xiqqaa
(2)tiin gara
sirna liiziitti
galuufabbo
otiin
qabiyyee
durii fedhii
isaaniitiin
yoo gaaffii
dhiyeessan
gara sirna
liitti galuu
kan
danda’an,
ulaagaa
kanatti
aananu guu
tanii
argamuu
qabu;
a)
Magaalli
qabiyyichi
keessatti
argamu
sirna liizii
keessa kan
gale,b)
Qabiyyichi
tajaajilli
hayyamam
eef pilaanii
itti
fayyadamaa
fi istaandaa
rdiiqoqqood
insa lafa
magaalicha
an
kan walsim
u, yookiin
Error! Filename not specified.Error! Filename not specified.Error! Filename not specified.Error!
Filename not specified.
13
c)
Akkaataa
pilaanin
magaalicha
a fi
istaandaard
iin
hayyamuuti
inmisoomsu
uf fedhii
kan qabuu
fi dirqama
akkaataa
pilaanichaa
nmisoomsu
uf akkaataa
labsii,
dambii fi
qajeelfama
kanaatiin
waliigalteeli
izii
mallatteess
uuf
kan iyyanno
o
dhiyeeffate,
d)
Iddoon lafa
qabiyyichi
itti
argamuu
kun yeroo
waggaa
kudhanii
gadi hin
taane
keessatti
lafa
faayyidaa
uummataaf
hin
barbaadam
ne ta’uun
Kantiibaa fi
Ittigaalafat
maa E
jensii mag
aalichaatiin
kan mirkan
aa’ee
dhiyaate,e)
Ragaa
abbaa
qabiyyumm
aa seera
qabeessa
kan qabu,f)
Dhorkiis
ta’ee
uggurrii
seeraa
kamirraayy
uu bilisa
kan
ta’e yookiin
qaamni
dhorkii
yookiin
uggurrii
kenne yoo
gara sirna
kanaatti
gale mormii
kanhin
qabne t
a’uu
barreeffam
aan yoo
beeksise,
g)
Falmii
daangaa fi
abbaa
mirgummaa
qabeenyaa
irraa bilisa
kan ta’ee
fidhimmoot
a seera
qabeessa
mirga kana
daangessuu
danda’anu
jiraachuudh
abuun yoo
mirkanaa’e
edha.
h)
Kan
keewwata
xiqqaa kana
jalatti
tarreeffama
n
jiraatanus,
hangi
bal’ina
qabiyyee
durii lafa
magaalaa
gara sirna
liiziitti akka
galu
hayyamam
u
istaandaard
ii gosa
tajaajilichaa
f
magaalicha
keessatti
murtaa’e
isa
guddaacaal
uu hin
danda’u.
2)
Ulaagaalee
keewwata
kana
keewwata
xiqqaa (1)
jalatti
tarreeffama
n
qabiyyeend
urii guutee
argame
gara sirna
liiziitti yeroo
galu,a)
Gatiin lafa
sirna liizii
keessa
galuu gatii
ka’umsa
liizii yeroo
sanaamaga
alichaatiin
ta’a.
b)
Barri yeroo
mirga liizii,
yeroon
kafaltiin itti
xumuramuu
, yeroon
haaragalfan
naa fi hangi
kaffaltii
duraa
akkaataa
tajaajilichaa
f labsii fi
dambiin
murtaa’een
ta’a.
c)
Qabiyyeen
sirna liizii
keessa
akka galu
hayyamam
eef,
misoomni
yookiinman
ni lafa kana
irra jiru
akka jirutti
itti fufuuf
istaandaard
ii pilaanii
magaalicha
an
fudhatama
kan
qabaatu
yoo
ta’e, yeroon
ija
arsa
jalqabuu fi
Error! Filename not specified.Error! Filename not specified.Error! Filename not specified.Error!
Filename not specified.
Try Scribd FREE for 30 days to access over 125 million titles without ads or interruptions!
Try Scribd FREE for 30 days to access over 125 million titles without ads or interruptions!
Document84 pages
4_5918270230135572917
Siyum Tesfaye Man
100% (9)
Dambii
Error! Filename not specified.
Document121 pages
Dambii
Tegene Abera
86% (59)
Document21 pages
Magazines
Podcasts
Sheet music
Document17 pages
Document15 pages
Document66 pages
Document167 pages
Maanuwaalii_Madaallii_raawwii_MNO_Kan_Bara_2014_Fooyya'e
Error! Filename not specified.
Document32 pages
Maanuwaalii_Madaallii_raawwii_MNO_Kan_Bara_2014_Fooyya'e
Jamal
67% (3)
Document21 pages
Document28 pages
Karoora_Daldalaa_Olmaa_Daa`immanii[1]
Error! Filename not specified.
Document11 pages
Karoora_Daldalaa_Olmaa_Daa`immanii[1]
Tahir Kasim
69% (13)
Show more
Footer menu
Back to top
About
About Scribd
Press
Our blog
Join our team!
Contact us
Invite friends
Gifts
Scribd for enterprise
Legal
Terms
Privacy
Copyright
Cookie Preferences
Do not sell or share my personal information
Support
Help / FAQ
Accessibility
Purchase help
AdChoices
Publishers
Social
InstagramInstagram
TwitterTwitter
FacebookFacebook
PinterestPinterest
Books
Audiobooks
Magazines
Podcasts
Sheet music
Documents
Snapshots
Language:
English