Hayu Itefa
Hayyuu Ittafaa Dirribsaa Odaan jedhama. Ilma Oromticha haqaa warra ganamaati. Haadhakoo Abbuu/Lookoo Ulfaataa Maallaqoofi Abbaakoo Ittafaa Dirribsaa Odaa irraan bara Gadaa Oromoo 23/4/6394 dhaladhe. Doofummaafi lugnummaa keessumsiisee hinbeeku. Hinkeessumsiisud!.
Maatiikoof ani karra saaqiidha/hangafadha. Obboloota dhiiraa afuran qaba. Isaanis Ana, Qabbannaa, Gaaddisaa, Obseeraafi Ayyaanaadha. Abbaankoo ilmaan dhiiraa haadhakoo irraa qaba. Ani barreessaafi barsiisaa Yuunivarsiitiiti. Maqaan haadha warraakoo Lookoo Adimaasuu Kabbadaa jedhama. Maqaan dhala kiyya Murannoo Hayyuu jedhamti. An Oromoof wantan hintaane hinqabu. Wanta aarsaa Oromummaan narraa barbaadu mara kaffaleera.
Namni galasaa beeku kan galgalasaa beeku waa beekuun isa hindhibu. Namni galasaa hinbeekne kan galgalasaa hinbeekne wanta beekuyyuu hinbeeku!
Kan ana qorachuu barbaadu Oromoofi saba dhugaa jaallatu gaafatee na argachuu mala
Itti fufa...................
Phone: +251919327812
Address: Finfinnee, Oromiyaa

less
InterestsView All (68)
Uploads
Papers